Discover

Topics

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu APK

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu APK

3.62 FreeOromNet Software and Application Development ⇣ Download APK (12.64 MB)

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo Writing practice with Oromo words

What's Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu APK?

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu is a app for Android, It's developed by OromNet Software and Application Development author.
First released on google play in 6 years ago and latest version released in 7 months ago.
This app has 25.4K download times on Google play and rated as 4.59 stars with 58 rated times.
This product is an app in Education category. More infomartion of Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu on google play
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga’ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!

Appi kana Ilaalaa, install godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!

Please rate our app in the Google Play store.

Thank you for downloading,
OROMNET Software and Application Development, Nekemte, Ethiopia